Qajeelfama mana barumsaa. .
Qajeelfama mana barumsaa. Gahee hojii koree sadarakaa mana barnoota a) Qajeelfama bu’uurreeffachuun karoora bu’aa irratti xiyyeeffateen madaallii barsiisoota raawwatamuu ni mirkaaneessa. 1. 10. “Mana barumsaa barnoota idileen duraa” jechuun marsaa barnootaa daa’imman mana barumsa idilee osoo hin galiin dura wagga tokkoo hanga sadiitti barachuun bakka mana barumsaa idileef itti qophaa’an jechuudha; 1. Sagantaa mana barnootaatiin argamuu fi sababa amansiisaa malee mana barnootaa irraa hafuu dhiisuun barumsa hordofuu . S e e n s a Mootummaaniifi hawaasni hojii damee barnootaa keessatti hirmaannaa, walgitiinsaafi ga'umsa keessoo barnootaa fooyyessuuf sochii cimaa taasisaniin bu'aa abdachiisaa kan galmeessisan yoo ta'u a) Sadarkaa mana barumsaatti jijjiirraan mana barumsaa gara mana barumsaa, aanaa gara aanaa, godinaa gara godinaa fi naannoo gara naannoo adda baasuun bara qaxarii yookan tajaajilaan, gosa barumsaan, sadarkaa barumsaafi gosa jijjiirraa itti gaafatame unka jijjiirraa irratti barsiistota guuchisuun mirkaneessiisuun barbbachisaadha. 3. Oromiyaa Lakk 10/2008” Aangoofi Gahee Hojii… Hojii baruu-barsiisuu mana barumsicha foyyeessuuf rakkoolee hojii baruu-barsiisuu keessatti qunnaman maal akka ta’an qorannoodhaan adda ni baasa. M o g g a a s a Qajeelfamni kun "Qajeelfama Gurmaa'insa Hoggansa Manneen Barnootaa, Hirmaannaa Hawaasaafi Bulchiinsa Faayinaansii lakk_________bara /2012" jedhamee waamamuu nidanda'ama. b) Madaalliin barsiisaa Qabxii akka istaandardiitti sadarkaa guddinaaf geessuu ta’u ni mirkaneessa. nz 90hh 0g737 rz0 7eba rmbegq hwuw li4cs l8sq p8sl
Back to Top